BB

travel

Holiday - Ayyaana
 Vacation - Boqonnaa
 Tourist / Traveler – Tuuristii/ Imaltuu
 Destination – galma/qaqqaba
 Itinerary – sagantaa imalaa
 Reservation / Booking – tikeetii murachuu/ hoteela qabachuu


Hotel / Hostel / Airbnb - hoteela
 Check-in / Check-out – seenuu/ba’uu?
 Flight / Train / Bus – balallii/baabura/baasii
 Boarding pass / ticket – baasihimaa/tikeetii
 Passport - paaspoortii
 Luggage / Suitcase / Backpack – shaanxaa/ ba’aa/ boorsaa dugdaa


Sightseeing – bakkee daawwachuu
 Hiking / Skiing / Surfing – miillaan deemuu?/?/?
 Camping – bosona keessa qubachuu?
 Exploring – qorachuu/daawwachuu
 Relaxing – bashannanuu/boqochuu

National holiday – ayaana biyyoolessaa
 Religious holiday – ayyaana amantii
 Public holiday – ayyaana uummataa
 Traditional festival – ayyaana aadaa


Crowded / Peaceful – ukkaamamaa/ naga-qabeessa
 Expensive / Affordable – mi’aa - rakasa
 Exciting / Boring – gammachiisaa/ nuffisiisaa
 Relaxing / Adventurous – bashannansiisaa/ hawwataa